manzuumaa
biyyaa
kan afaan oromo`oo kan raadiyoo soomaale`etti dabarsuu turan
bara 1967 akka taariikhaa faranji`itti
namni tolche fii qara`ee
Dr / Mohammed rashaad
kabiir abdullee
Jecha Dr. Sheekh Muhammad Rashaad Abdullee
كلمة الدكتور
الشيخ محمد رشاد عبدالله كبير موميا الهرري الطرطري
egan Rabbii faarsee Ergamaa
isaa Muhammadirratti rahgmataafii nagaya buusee aalii isaatifii nama karaa
gaari'iin isa jala deemerratti rahgmataafii nagaya buusee .
Wannin je'u gargaarsa Rabiit keenyatiin bakka rashaad.org
interneetii keessatti bannee jirra, wanni itti nu kaase akka ummanni
Oromo'oo bakka kanarraa faaydaa beekkomsa adda addaa argatu'ufi .
Wannin kajeelu ummanni Oromo'oo bakka jiran hundaa wal
gargaaranii bakka rashaad.org tana jabeessu , anis gama kiyyaan waan
beekkomsa taye karaa kanaan ummata kiyyaaf dabarsu'urraa haran baafadhu yoo
Rabbi je'e .
Dr. Sheekh Muhammad Rashaad Abdullee
الحمد لله وكفى والصلاة والسلام على من لا نبي بعده محمد بن
عبدالله واله وصحبه وسلم ، فبحمد الله وتوفيقه تم تأسيس هذا الموقع
rashaad.org لكي يتسنى للمسلمين وخاصة من شعب أورومو
المسلم أن يستفيد منه ويتعلم منه ما
يخص دينه ودنياه وآخرته واني لأبتغي من الله الأجر والثواب
على هذا العمل وللقائمين عليه ..
الدكتور الشيخ محمد رشاد عبدالله